"Dhaqee lapheerratti yeroo na dhaabbatu uffata narratti kute. Harkasaatiin harka bitaakoo na moccore," jedhu jiraataan aanaa Ada'aa Bargaa. Bineensi 'maalummaansaa hin beekamneefi kanaan dura ...
Dureeyyonni addunyaa kanaa lamaan Jeef Bezoosi fi Iloon Mask hawaa koloneeffatanii qabachuu barbaadu. Dhaabbanni Qorannoo Hawaa Ameerikaa NASA’n ammoo dhala namaa Maarsiirra – dirra pilaanetii ...