Komishiniin Poolisii naannoo Affaar ibsa baaseen odeeffannoowwan tibbana fuula Feesbuukii isaa irratti maxxanfamaa jiran ergaa ykn yaada komishinichaa akka hin taane ibse. Komishinii Poolisii ...
Itoophiyaatti ambaasaaddarri Ameerikaa Erviin Masiingaa dhimmoota yeroo TPLF fi naannoo Tigiraayirratti aanga'oota naannichaa waliin mariyachaa jiraachuu waajjirri pirezidantii bulchiinsa yeroo ...