Siidaan Luba Guddinaa Tumsaa Lixa Oromiyaatti ijaarame bakka maatiifi keessummoonni argamanitti eebbifame. Godinni Wallagga Lixaa fi Faawundeeshiniin maqaa isaaniin mogga'e akka beeksisetti, siidaan ...
Humni galaanaa Iraan Ulaa Hormuuz keessatti dooniiwwan meeshaa fe'atanii darbaa turan sadiirratti dhukaasni banamuu booda lamaansaanii to'achuun gara buufata doonii biyyattii fudhachuu ibse. Miidiyaan ...